Si Galateeffanna Ulfina Siif Laanna

From WikiMezmur: Mezmur Lyrics
Revision as of 13:58, 1 May 2014 by Redat (talk | contribs) (Typo)
(diff) ← Older revision | Latest revision (diff) | Newer revision → (diff)
Jump to navigation Jump to search

Si galateeffanna (2x)
Ulfina siif laanna si waaqeffanna
Jajamuun siif ta'a ol ol siqabna
Kan akka kee hin jiru YESUS si faarfanna (2x)

YESUS YESUS YESUS
Natti tola maqaan kee
Isa waamnee hundumaa arganne
Malumaan boonna maqaa kee male

Si galateeffanna (2x)
Ulfina siif laanna si waaqeffanna
Jajamuun siif ta'a ol ol siqabna
Kan akka kee hin jiru YESUS si faarfanna (2x)

Eenyutti si fakkeesina
Qixxee woo hin qabdu gonkumaa
Eelshaadaay dha atii hin geeddaramtu
Ni moota malee homtu sin hin mo'u

Si galateeffanna (2x)
Ulfina siif laanna si waaqeffanna
Jajamuun siif ta'a ol ol siqabna
Kan akka kee hin jiru YESUS si faarfanna (2x)

Waa'een keenya hafee ture
As eenya nuti hin seene
Nutti isa ga'ise diina qaannesite
Dhadhaa ejersaa mataa keenya dibde

Si galateeffanna (2x)
Ulfina siif laanna si waaqeffanna
Jajamuun siif ta'a ol ol siqabna
Kan akka kee hin jiru YESUS si faarfanna (2x)

Gooftaa si jaallanna
Baay'ifnee sitti gammadna
Situ nuuf ga'e iddoo garaa keenya
Dacha dhaa fuutee nu dhaabde gara irra

Si galateeffanna (2x)
Ulfina siif laanna si waaqeffanna
Jajamuun siif ta'a ol ol siqabna
Kan akka kee hin jiru YESUS si faarfanna (2x)