Ishoo hin qaana'e diinni koo (2x) Hidhatee kan ka'e waa'ee koo Kunoo ni haara'e barri koo (2x) Beekamee maqaan Waaqa koo Mandara keenya YESUSitu darbdee Guyyaan yadatamuu keenyaa ni qaqqabe Jaamaa ta'uun keenya egas ni hafee YESUS nuu dhufnaan ifni nuuf ife Ishoo hin qaana'e diinni koo (2x) Hidhatee kan ka'e waa'ee koo Kunoo ni haara'e barri koo (2x) Beekamee maqaan Waaqa koo Maaltu dhaga'ame achii? jedhanii Namoon baay'een dinqisifatani Yammuu ilaalan nutti dhiyaatanii Dinqii WAAQAYYOO kunoo argani Ishoo hin qaana'e diinni koo (2x) Hidhatee kan ka'e waa'ee koo Kunoo ni haara'e barri koo (2x) Beekamee maqaan Waaqa koo Calluma hin jedhu Gooftan si achi Hojii mana isaa jalqabeeraa ti Dinqii isaa durii asiitti raawwata Seexannis iyyee asii baqata Ishoo hin qaana'e diinni koo (2x) Hidhatee kan ka'e waa'ee koo Kunoo ni haara'e barri koo (2x) Beekamee maqaan Waaqa koo Sichi naafti nu giddutti utaala Gophoon diriiree, jaamaan ilaala Hiboon jireenya keenya ni hiikamaa Kakuun WAAQAYYOO ni raawwatama Ishoo hin qaana'e diinni koo (2x) Hidhatee kan ka'e waa'ee koo Kunoo ni haara'e barri koo (2x) Beekamee maqaan Waaqa koo