Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa Baay'ee itti joorree guyyaa bo'uu Baay'ee sodaa qabna kan darbu Qarooni ija kee waan nuyi irra jiruuf Diinni fucha dhabe nu balleessuf Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa Karaa dheeraa fagoo Yeroo adeemne Kopheen milla keenya irraa hin dhumne Lagoota gurguddaa sana ceeneerraa Humna diina keenyaas siin mooneerra Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa Diinni laga ce'uu keenya ilaalanii Baay'ee yaadda'anii sodaatanii Nuyi irratti ulfaachuu kee sodaatan ka Kanaaf maal jenna ree, siif galata Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa Nunis Laga Du'aa nu ceesiftee Du'a diinaa jalaa nu baaftee Gooftaa jabaa qabu jedhamne ka Bara-baraan nuyi irraatti mo'i ka. Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa Warri of-tuulan marga dheechifataa Kan ilkaan qaratu qaanesita Situ Waaqayyoo dha nuuf qobaa kee Ati nuuf jajamii nuyi aarsaa kee Siin oollee siin bullee Siin as geenyeerra Gooftaa Aarsaan kee galataa, galata Gooftaa