Kottaa Ni Galateeffannaa

From WikiMezmur: Mezmur Lyrics
Revision as of 03:33, 27 April 2014 by Ade (talk | contribs) (አዲስ ገጽ ፈጠረ፦ « {{Classic |ርዕስ= |Title=Kottaa Ni Galateeffannaa |ቋንቋ=ኦሮምኛ |Language=Oromiffa |Lyrics=<poem> Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ...»)
(diff) ← Older revision | Latest revision (diff) | Newer revision → (diff)
Jump to navigation Jump to search

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Mooraa keessatti dhalate haalle-luuyyaa !
Ilmi Mootii guddaadhaa haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Akka namaatti guddate haallee-luuyyaa !
Ogummaa abbaasaatiin haalle-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa (4x)

Qaraaniyootti aarsaa ta'e haallee-luuyyaa !
Du'a immoo mo'ee ka'e haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa (4x)

CubbuuttiinuQulleessa haallee-luuyyaa !
Yoo amannee jiraanne haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Isaa wajjin adeemna haallee-luuyyaa !
Waaqa irraa mana qabna haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)